Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 143:4 - KITAABA WAAQA

4 Tanaafi anini amma ya ufi jibbaad'e lubbuuni na d'ufte.

Gade chapit la Kopi




Faaru 143:4
13 Referans Kwoze  

Hojja anini ufi jibbaad'u, isumati waan anini tahu male beekha. Nyaapi kiyya yayu kara anini gula deemu keesati t'urura naa kaye.


Anini hojja waan Waaqa heregu, hafuurati na ch'ita, hojja anini isa qaabad'u ingagaba.


Waan inni guddo gaargala qabuufi guddise kad'ate; damfi isaa lafati ch'och'obe d'iiga fakaate.]


fach'aai bisaani sila nu fud'ate, bisaani nura deebiani,


Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya naa d'agayi, qarqaarsa anini si kad'ad'u naa kenni!


Anini hojja worra kiyya ira fago jiru, ka ufi jibbad'e si yaamad'a! Nami na qorqoratu, ka harka nyaapa kiyya keesa na baasu si; fulla anini iti baqad'u na geesi.


Sodaani na qabate holad'e, lubbuuni na d'ufte.


Ee AABBO Waaqa, nati deebii, naa nahi, anini nama laafa wahela inqamne.


Isani hit'a buufatani hiyyeeyi bitatani. Jaala keesani ka isaniti aanule dabsitani waan isaa nyaatani!


Anini halkani ch'ufa herega guddaani bule waan ufiini jed'u:


Hojja anini ufi bira millad'u, nama na qarqaare na qorqoratu inargu. Nami tokoleeni waan kiyya iyyaalu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite