Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 141:8 - KITAABA WAAQA

8 Ammo ee AABBO Waaqa kiyya, anini siuma d'ugeefad'a. Anini qarqaarsa siraa barbaada, duu na d'owi.

Gade chapit la Kopi




Faaru 141:8
9 Referans Kwoze  

Atini Waaqa keenna, worra kana balleesi, nu irree duula muumme inqamne kanani haanu inqamnu. Nu waan taanu imbeennu, yo atini nu qarqaarte male.


Hojja hiyyeesi d'ipu qabu bisaani barbaade d'abu, ka lubbuuni isaa d'eebuuni gogodde, anini, AABBO Waaqi, kad'acha worraa d'agaya; anini Waaqi Israeli deebie worra illakisu.


Anini hiyyuma keesati isani illakisu; anini isaniti deebia.


Inni gumi isaa ta lakisani ch'aqase, kad'acha worraale d'agayaafi.


holad'a, isa durati ga jejed'a; aka inni hurre isaniti dallane, isani yoosu indoone. Ayyaana worra AABBO Waaqati d'eete qarqaarsa ira barbaaduti.


Anini AABBO Waaqati d'eed'a. Atini maafi daalloofte dubbi tana nani jetta? Aka simpirre gaarati barrisi,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite