Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 140:1 - KITAABA WAAQA

1 Ee AABBO Waaqa, worra ch'ubbu ka nama ijeesu, naraa d'owi, duraa na baasi.

Gade chapit la Kopi




Faaru 140:1
8 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, harka worra ch'ubbu jalaa na baasi. Worra nama ijeesu, ka na balleesu fed'u, naraa d'owi.


nyaapa kiyya jalaa na baase. Ee AABBO Waaqa, atini nyaapa kiyya na dabsachiifte worra hamama jalaa na baafte.


Ee Waaqa kiyya, harka worra ch'ubbuu, ka naasu inqamne, ka hameenna gula yau, keesaa na baasi,


Nami d'araani nama himatu ha lafa keesaa baduti; hameenni ha worra nama ijeesu d'aqabe balleesuti.


AABBO Waaqa, kooti, nyaapa kiyya had'i balleesi! Goraade teetiini harka ch'ubbicha keesaa na baasi;


Ee Waaqa, nami kunini wollaala inqabu jed'i d'uga naa muri, gumi si imbeenne durati naa dubbad'i; nama ch'ubbicha kiyyiba duraa na baasi!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite