Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 14:5 - KITAABA WAAQA

5 Ammo worri waan Waaqi nama d'uga gula deemu kalchuufi mudama.

Gade chapit la Kopi




Faaru 14:5
19 Referans Kwoze  

Ilmaani nama dansa lafa keesati irre horati; d'aloota isaa ch'ufa ineebisani.


Yo anini sila waan kana jed'e, anini nama gumi te keesa jiru infaakad'u.


Nami Waaqati d'ufu worra akana akana, ka Waaqa Yakobo barbaade iti d'ufu.


Ammo isani gosa Waaqi fohate, qaalole hayyuti, gosa qulqullo, gumi Waaqaati, ta aka huji Waaqa ta mama odeesitaniifi fohatani, ka dukana keesaa ifsa isaa ka mamaati isani yaame.


Ilaala, intalti dubra garaachoofte ilma deeti. Maqa isa Imanueli baasani. Akasi jechaani Waaqi nu woliini jira jechu.


Tanaafi insodaatina, anini isani woliini jira! Anini Waaqa keesani wonti tokoleeni isani imudansisini! Anini isani jabeese isani qarqaare, irre isanii tahe harka kiyyaani isani baasa.


Mala d'aad'a! Ammo mali sunileeni woma imbahu, haga feetani dubbad'a, ammo dubbini sunini woma keesa injirtu, wonti akanatiifi Waaqi nu woliini jira.


Ch'ubbichi ato nami ingussine ufumaani baqata, ammo nami d'ugaa janna aka nyeench'ati.


Ammo worri haga duri ira mudama, wonti akanatiifi, Waaqi lafe nyaapa gumi isaa infirfirsa. Waaqi ya worra dide, tanaafi worri Israeli aka taka inargini worra dabsate balleesa.


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


Waaqi dira suni keesa jira, dandaani inchochoosani, inni ganama d'ufe dira suni qarqaara.


D'alooti takaa tanaleeni isaa hojate, waan AABBO Waaqa nama qara ind'alatinileeti haasani.


Jennaani hayyuuni Ahasueroni hayyiti Estafi Mordekai, ka gosa Yahudi, waan jed'eeni, Ilaala, anini yayu waan Hamaniini gosa Yahuditi malateefi isa fannise, ammalle waan inni qabu ch'ufa Estaa kenne.


Sodaafi mudamsuuni worra qabati. Worri jabeenna kanke arge aka d'akha ch'allise, haga gumiini tante ch'ufti dabartuti: gosa atini tissuma keesaa baafte, ee AABBO Waaqa.


Nami Sioni keesa tahu ch'ufti ha lalabe, gammadaani isa faarsu! Waaqi, qulqullooni Israeli, gudda, inni gumi isaa keesa taha.


Worri Filisti ka lafa suni keesa jiru ch'ufti aka taka inargini nahe shifta worraatifi askartini olla suni keesa jirtu ch'ufti hollate; laftileeni chochote nami ch'ufti aka hama mudame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite