10 artileeti atini naani deemte harka keetiini na jabeesita.
lubbu nati deebisa. Inni akuma nati kakhate kaani kara qajeela na qajeelcha.
Anini AABBO, Waaqa keesani; harka mirgicha isani qabe, waan isaniini jed'u, Insodaatina, isani qarqaara.
Ammo anini hojja ch'ufa d'aatuma tante jira siuma woliini jira, atinileeni harka qabde nani deemta.
Anini siti marad'e, harki keetileeni jabeese na qaba.
Ato worri fiit'e gaara Karmeli gubbati d'okhatele, anini barbaade worra qaba. Yo worri na duraa deeme baariini keesati d'okhatele, anini jawe baariini iti erge nyaachisa.