7 Inni aduufi jia uume, jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu;
Atini jia uumte, akasiini bulti bonaafi rooba garsiifte; aduleeni hojja d'iitu imbeeti.
Ufi eegad'a aka ilaalacha keesa seentani waan gubbati gartani adu jia, yokhaani Urjiifa guddiftani kad'atani inhojanneefi. AABBO Waaqi keesani yayu waan kana biyya taani d'ibii kenne, aka worri kad'atu.