Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 136:4 - KITAABA WAAQA

4 Isuma ch'allati waan mama jabdu tolcha; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 136:4
5 Referans Kwoze  

AABBO Waaqa Israeli ha faarsaniti! Waan mama kana ch'ufa isuma ch'allati tolcha.


Atini jaba, ammalle waan mama tolchita; siuma ch'allati Waaqa.


Inni waan jabdu mama ka nami dandae inhubanne, tolcha.


Sirba Musa hojattu Waaqatiifi sirba Ilme Hoola sirbu jirani: Aabbo, Waaqa Gudda, wonti atini tolchitu ch'ufti waan mamaati! Karaani kanke ka d'ugaati ammalle qajeela!


Ee AABBO Waaqa, Waaqi d'ibiini aka kanke jiru eenu? Eenuti aka kanke qulqullooma gudda qaba? Eenuti waan mamatiifi huji jabdu aka kanke dandae tolcha?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite