Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 136:21 - KITAABA WAAQA

21 Inni lafa worraa gumi ufiti kenne; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 136:21
11 Referans Kwoze  

Inni lafa isaani gumi isa ta Israeliti kenne.


Inni lafa gosa d'ibii worraa kenne, oobru worra sunile worraa kenne,


Inni nama qara lafa suni keesa tau gumi ufi duraa gusse, lafa isaani gosa Israeliti gargari qoode, maneeni worraale gumi isaati kenne.


Anini hojja suni waan isaniini jed'e, AABBO Waaqi, waaqi keesani, ya lafa tana isanii kenne, aka isani d'aaltani: Worri keesani ka lola ha miha lolaa fud'ate, oboleyaani teesani ta Israeli dura yauti.


Ammo isani, worri Israeli hojatu tiyya, gumi anini fohad'e, ta d'aloota Abrahamu ka jaala kiyya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite