AABBO Waaqi keesani Waaqa Waaqa ch'ufa ira jirufi jabeenna, jabeenna ch'ufa ira jiru. Inni gudda jaba ka nami sodaatu: ka nama gargari infillee yokhaani ka gumbo inyaanne.
Jabaani Waaqa! Inni AABBO! Inni waan nu akana taanefi imbeekha nuleeni aka isani beetani feena! Yo nu AABBO Waaqa d'ugefachu lakimne isa gula yau dinne, arruma nu hobaasa!