Faaru 136:12 - KITAABA WAAQA12 Irree isaa jabdufi harka isaa jabaani; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu. Gade chapit la |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.