Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 136:10 - KITAABA WAAQA

10 Inni ilmaani angafa ta worra Misiri fit'e; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 136:10
8 Referans Kwoze  

Inni ilmaani d'iira ta angafa, ta worra Misiri ch'ufa, fit'e.


Halkani woli qit'aani jennaani AABBO Waaqi ilmaani d'iira ta angafa ta lafa Misiri keesa jirtu, gurba Farao ka angafa ka sila hayyooma isaa d'aalu iti keeyate, much'a angafa ka abbaani isa mana iti nama hid'ani keesa jiruti d'aabe ch'ufa fit'e; ammalle ilme horiini goroomuma d'ale ch'ufa hobaase.


Lafa Misiri keesati inni ilmaani angafa ta namaatiifi ta horile ch'ufa fit'e.


Waaqi ilma angafa ka gosa Misiri ch'ufa fit'e.


Halkanuma suni anini lafa Misiri keesa bahe angafa namaatiifi ka horifi bineensale ch'ufa ijeesa; ammalle waan harkaani boch'ani Waaqoota jed'ani lafa Misiri keesati kad'atani ch'ufa imballeesa. Anini AABBO Waaqa.


D'ugefachaani inni jila Pasaka tolche, d'iiga balbalati fifit'e, aka malaikaani nama hobaaftu angafa d'iira ka gosa Israeli intund'e.


Ammo, anini gosa suni ta worra gaargalchitu wollaala iti mure balleesa jed'e, duuba eegi suni lafa suni keesaa bahani lafa tana keesati na guddisani jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite