Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 135:9 - KITAABA WAAQA

9 Achiti inni akheekhafi waan mama jabdu tolche, akasiini hayyufi hojattu isaa ch'ufa gaargalche.

Gade chapit la Kopi




Faaru 135:9
11 Referans Kwoze  

Ammo hayyu Misiritiifi duula isaa bisaani sunini balleese; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.


Nu iluma teennaani waan mamatiifi waan nama sodaachisa ka inni worra Misiritiifi Faraofi worra isaa ch'ufati tolche, argine.


inni waan mamatiifi akheekha lafa Misiri keesati fulla galaana Shamutiifi ammalle ganna afurtama lafa gamooji keesaleti tolche, akasiini worra baase.


Atini waan mama Faraofi hojattu isaatiifi nama lafa isaa ch'ufa durati tolchite, wonti akanatiifi atini, aka worri gumi tante dabse, beeta. Gurri atini gaafasi baafate arrale inuma jira.


Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.


Ato ababooti worra ilaaltu, Waaqi diida Soani ka lafa Misiri keesati waan mama tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite