Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 135:5 - KITAABA WAAQA

5 Anini imbeekha, AABBO Waaqi keenna gudda, inni Waaqa d'ibi ch'ufa ira jira.

Gade chapit la Kopi




Faaru 135:5
13 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa gudda, atini lafa ch'ufa fida; atini waaqoota d'ibi ch'ufa ira jirta.


Wonti akanatiifi AABBO Waaqi Waaqa gudda, inni hayyu gudda, ka waaqa d'ibi ch'ufa ira jiru.


AABBO Waaqi gudda, dira Waaqa keenna keesa, gaara isaa qulqullo gubbati, isa guddo faarsu malani.


AABBO Waaqi keesani Waaqa Waaqa ch'ufa ira jirufi jabeenna, jabeenna ch'ufa ira jiru. Inni gudda jaba ka nami sodaatu: ka nama gargari infillee yokhaani ka gumbo inyaanne.


Anini amma seera baasa: Yo nami gosafi d'alootafi afaani tateefu Waaqa Shadrakatifi ka Meshekitifi ka Abednego tufate arabse, nama suni ha harkaafi miila iraa ch'irani mana isale onsani balleesaniti. Waaqi d'ibiini tokoleeni ka dandae akana nama baasu injiru.


Waaqa qulqullo, eenuni wolbira qabani? Nami aka isaa lafa keesa injira?


Nami uume nama barch'uma isaa ira gubba waan ch'ufaa tau; nami isa jalati didiqaate tut'i fakaata. Inni gubba aka golla ballise, aka waaro nami keesa tau tolche.


Nami gubbaa jiru, ka aka kanke jiru injira? Worri gubbaa, nami si gahu, tokoleeni injiru.


AABBOONI keenna guddinnaafi jabeenna qaba; qalbi isaa dandaani haga imbeekhani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite