10 Inni gosa heddu balleese, hayyoota jajabdule fit'e:
Ammo worri Israeli worra suni had'e fit'e, lafa worra haga galaana Arnoniti fud'ate galaana Yabokiti d'aabe, akasi jechaani haga lafa gosa Amoni: wonti akanatiifi seera gosa Amoni guddo jabeesani eegani.
Duuba worri Israeli Ogufi ilmaani isaatiifi worra isaa ch'ufa, ka nama tokole inhambisini, fit'e. Duuba eege lafa isaani fud'ate.