Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 124:2 - KITAABA WAAQA

2 Ato sila AABBO Waaqi gama keenna jiraachu baate, gaafa nyaapi keenna nu had'e.

Gade chapit la Kopi




Faaru 124:2
8 Referans Kwoze  

Duuli nama ch'ubbuu na marse; aka yayi nati baafate, harkaafi miila kiyyale ch'ufa tatarsaase.


Ch'ubbichi nama dansa gaade ijeesuu fed'a;


Ee AABBO Waaqa, anini nyaapa heddu qaba, ka na dide sidi nati tahe!


Worri waan kiyya dubbate waan jed'u, Waaqi isa inqarqaaru.


inni AABBO Waaqa, ka anini dubbi isaa faarsu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite