Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 122:1 - KITAABA WAAQA

1 Anini worri, Beeni, Mana AABBO Waaqa nu yaasi nani jennaani guddo gammade.

Gade chapit la Kopi




Faaru 122:1
27 Referans Kwoze  

Guyyaani toko ka Mana kanke keesa olaani, guyya kuma toko ka fulla d'ibi olaani ira jira; fulla anini mana worra ch'ubbuti galu ira, hojja anini balbala Mana Waaqa kiyya keesa eju ira naa jirti.


iti yaate waan jettu, Koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre Mana Waaqa Yakobo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaa gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.


waan jettu, koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre, Mana Waaqaa Yakoboo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaani gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, Seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.


Koota, hojattuuni isaa ch'ufti ta halkani mana isa keesa hojattu, AABBO Waaqa faarsa.


Gaafa anini gaargala keesa jiru anini AABBO Waaqa yaamannaani inni na jalaa owaate.


Ayyaana isaati, ka AABBO Waaqa sodaate kara isaa gula deemu.


Anini hojja ch'ufa tae gaareeni ilaala. Qarqaarsi kiyya eesa gad'ufa?


Ee AABBO Waaqa, anini gara kanke millad'e, gubba garaa atini teete nama fiddu ilaala.


Nu duri haasaa dansa woliini haasomne, Mana Waaqaa keesaleti woliini kad'anne.


Ee, guyyaani ind'ufa, ka nami woi eegu gaareeni Efraimu iraa iyye waan jed'u, koota gara AABBO Waaqa keenna, Sioniti nu yaasa.


Aki gumiini Waaqaa nagayaani woliini teetu akami dansa!


Ee AABBO Waaqa, anini ufi saadu ya lakise deebie ufi inkoorsu. Anini waan jabdu waan inhubanne keesa imbuu.


Ee AABBO Waaqa, anini ka ufi jibbaad'e gaargala hama keesa jiru, si yaamad'a.


Hojja AABBO Waaqi mana injaarini ijaartu woma imbaatu. Hojja AABBO Waaqi dira ineegini hujiini nama eegu woma imbaatu.


Nami AABBO Waaqa abdatu gaara Sioni fakaata, ka nami dandae chochoose imbuqimne.


Ee Israeli, ato sila AABBO Waaqi gama keenna jiraachu baate, nu mal taana?


Anini aada tante haga jiru jireenna injabeesa, isiini waan garaa kiyya gammachiisaati.


Ee Israeli, aka nyaapa kanke haga gaafa kaimoma keetiti si gaargalche nuti himi.


Gaafa AABBO Waaqi Yerusalemuti nu deebise wonti sunini oobju nuti fakaate!


Hojja anini waan dabre qaabad'u, gaafa anini gumi guddo woliini Mana Waaqaa d'aqe, gumi gammada qabdu ta sirbite Waaqaa faarsa yaatu dura deeme, garaani naa hamate.


Ee AABBO Waaqa, Daudifi gaargala inni argate ch'ufa qaabad'i.


Ee AABBO Waaqa, anini mana atini keesa teetu, fulla guddinni kanke jiru, guddo jaalad'a.


Hayyichi ha hojja biyyiti d'uftu d'ufe, hojja biyyiti yaatu deemuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite