2 Ee AABBO Waaqa, kiyyibafi d'articha jalaa na baasi.
AABBO Waaqi kiyyiba jibba, ammo nama dubbi ufi guutu iraa gammada.
Nami ch'ubbu qabu d'araani na himate waan hamtu anini imbeenne keesa na buusa.
Nami d'uga waan suni arge sodaate, si koble waan jed'u,
Dureeyyiini teesani hiyyeesa dabsite, nami keesani ch'ufti d'ara dubbate, arabi worraleeni nama soba.