Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 12:6 - KITAABA WAAQA

6 Waan Waaqi kakhatu d'ugefachu malani; kakhuuni isaa sunini qulqullo, aka qarsi maro torba ibida keesati bassani jirti.

Gade chapit la Kopi




Faaru 12:6
16 Referans Kwoze  

Waaqi jecha isa ch'ufa inuma guuta. Inni nama isati baqatu ch'ufa wonte tahe baasa.


Waaqa kana karaani isaa akami qajeela, dubbi isaa akami d'ugefachu malani! Inni nama isaati d'iaatu wonte tahafi.


Waaqa kana karaani isaa akami qajeela, dubbi isaa akami d'ugefachu malani, inni nama isati d'iaatu wonte tahafi!


Aadaani AABBO Waaqa qajeeltu, ka gula deemuleeni ingammada. Jechi AABBO Waaqa ka d'ugaati, qalbi namale woi hubachiisa.


Ee Waaqa, atini yayu akuma qarsi bassani qulqulluma isii ilaalani nu ilaalte.


Kakhuuni tante inhanqatu! Anini akami isi jaalad'a.


Duuba AABBO Waaqi waan jed'e, Anini yayu gaargala worra kiyya ka lafa Misiri keesa tau arge, boha worri nama worra hojachiisu iraa bohu d'agaye, d'iba worra kiyya hubad'e.


Tanaafi anini amma aka harka worra Misiri keesaa baasufi gadi bue, ammalle aka lafa suni keesaa baase lafa ballo dansa, ta aananifi dammi aka lolaa yau, lafa gosa Kanaani, ta Hiti, ta Amori, ta Parizi, ta Hivi, ta Yebusii geesa.


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Amma waan anini Farao tolchu ingarta; inni irrumaani gosa Israeli lafa keesaa baasa, yokhaani irree jabduuni lafa ufii keesaa worra baasa.


wonti akanatiifi inni hiyyeesa dabse hiyyoomse, ammalle mana nami d'ibiini jaaratele saame.


Fulla qarsi qotanifi boolati jira; fullaani worqi iti qulqulleesanileeni injirti.


Ee AABBO Waaqa, naa nahi! Gaargala nyaapi kiyya natiini d'ufu argi! Dua keesa na baasi, ee AABBO Waaqa,


Dallansuuni namaa faaru guddooni sii d'ufti; nami woraana jalaa bahe jila tante jabeesa.


AABBO Waaqati worraa dubbate nama worra dabsule balleesa.


AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini dira Babiloni had'e, balleese ona tolcha. Anini waan tokole inhambisu, namaafi ilmaani isanile. Dubbi tana ana AABBO Waaqati jed'e.


AABBO Waaqi waan gosa ch'ufaani jed'u, Anini amma kae wo hojad'e irre tiyya garsiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite