26 Nami maqa AABBO Waaqatini d'ufu ha eeba argatu! Mana Waaqaa keesale nu isani eebimna.
Waan jed'ani, Ee Waaqa hayyu maqa Waaqatiini d'ufu eebisi! Nagayafi guddinni Waaqa gubbaa ha tahu!
Gumiini Yeso dura yaatufi ta duuba yaatu iyite waan jette, Ilmi Daudi ha guddifamu. Ka maqa Aabbootiini d'ufu ha eebifamu! Waaqa ha faarsani jed'ani!
damele meet'i guuratte, fuula keesa isa d'ufte, ch'aarte, waan jette Waaqa faarsa, nama maqa abbootiini d'ufu Waaqi ha eebisu! Hayyu Israeli Waaqi ha eebisu.
Waan anini isaniti himu, Arraa achi iti deebitani na ingartani, haga isani, Waaqi nama maqa Aabbootiini d'ufu ha eebisu jettaniti.
Me ilaala, Mani kanke ona taha. Waan anini isaniini jed'u, Na inargitani haga, Waaqi nama maqa Aabbootiini d'ufu ha eebisu jettaniti.
Nami Waaqi si eebisinna, nu maqa AABBO Waaqatifi si eebimna jed'u injiru.
AABBO Waaqi, ka lafafi gubba uume Sioni keesaa isani eebisinna.
Wonti guddooni gaara faakataleeni si duraa gorti. Atini Mana Waaqaa deebite jaarta; ammalle akuma atini d'akha eegee gubba keetuuni, biyyiti lalabde, Mana akana mid'aagu, mana akana mid'aagu taka agarte? jetti.