25 Ee AABBO Waaqa, nu baasi, nu dabsachiisi, nu si kad'anna!
Ee AABBO Waaqa keenna, eeba tante nuu kenni waan nu tolchinu ch'ufa keesati nu eebisi!
Ammo anini si kad'ad'a, ee AABBO Waaqa; atini hojja sii malte na d'agayi. Maro jaalala tante guddotifi na ch'aqasi, waan atini, si baasa jette kakhateefi.
Ee AABBO Waaqa, hayyuu dabsachaa kenni; hojja nu si yaamanu nu d'agayi.
Nyeench'a kanale duraa na baasi, anini gafarsa kana ufira d'owu indandau.
Ee Waaqa, na baasi! Bisaani ya mormati naa ch'iisani;