Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 118:19 - KITAABA WAAQA

19 Balbala Mana Waaqaa naa bana; anini seene, galata AABBO Waaqaa deebisa!

Gade chapit la Kopi




Faaru 118:19
10 Referans Kwoze  

Balbala isaa bana, ha gochiti Waaqa saalfate d'uga gula yaatu oliini duudu.


Ayyaana worra woya ufi miich'ate qulqulleesu. Akasiini mid'aani mukha jireenna iraa nyaatani, Fullo diratiini olseenani.


Balbala Mana Waaqaa seena, galata isaa deebisa, naabo isaa seena, isa faarsa. Galata isaa deebisa, maqa isaa faarsa.


Wonti inni akasi jed'eefi hayyu Hezekiani qara, Akheekhi anini Mana Waaqatini seenu kami? Jed'e isa gaafate.


AABBO Waaqa, atini la na fayyifte. Nu ammatana haga jiru kirari d'oofne Mana kanke keesati si faarsina.


Koota isa dura d'umne, galata deebimneefi, gammanne, sirbine isa faarsina.


Waaqi ka mana ufii qulqullooti galu, inni abba hiyyeeyi tahe haawaani isiile qorqorata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite