Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 118:14 - KITAABA WAAQA

14 AABBO Waaqi na jabeesaa irre naa kenna inni ya na baase.

Gade chapit la Kopi




Faaru 118:14
7 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi ya na baase, anini isa d'ugeefad'e woma insodaad'u inni irree jabeenna naa kenne, naa baase.


AABBO Waaqi d'akha kiyya, siida jaba ka anini jalati d'okhad'u. Waaqi kiyya siida kiyya, ka anini jalati d'eed'u. Inni wonte tiyya, na qorqorate na baasa.


AABBO Waaqi ifsafi baafama kiyya; anini nama tokole insodaad'u. AABBO Waaqi gaargala lubbu ch'ufa duraa na baasa, anini woma insodaad'u.


Ammo AABBO Waaqati baafama haga jiru jireennatini worra Israeli baase, haga worri jiru ch'ufa ch'eeru d'owa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite