Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 118:13 - KITAABA WAAQA

13 Aka male na had'ani na dabsachu gahani, jennaani AABBO Waaqi d'ufe na qarqaare.

Gade chapit la Kopi




Faaru 118:13
11 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, harka worra ch'ubbu jalaa na baasi. Worra nama ijeesu, ka na balleesu fed'u, naraa d'owi.


Ee AABBO Waaqa, akheekha dansuma teeti na garsiisi, aka nyaapi kiyya, hojja atini na jabeesite na qarqaartu argu, ch'eeru.


Nyaapi kiyya waan maro gaargala kiyyatiifi gammaduufi inqabu; anini ya jige amma inuma kaa. Anini amma dukana keesa jira, ammo AABBO Waaqati ifsa naa keenna.


Yo nami si had'e si ijeesu fed'u AABBO Waaqi kanke si qorqorata, akuma nami waan ufi jabeese qorqoratu. Inni akuma nami d'akha gullubaani darbu nyaapa kanke siraa darbe lafa buusa.


Waan ijoolleeni suni nama nafafi d'iiga qabu taateefi, Yesoleeni aka worraa tahe nafa argate. Wonti inni akasi tolcheefi, aka duisa isatiini Sheet'ana, ka duisa ira jabeenna qabu dabsatu.


Ammo Daudini waan jed'eeni, Abbe imbeekha aka atini na jaalatu, tanaafi inni waan na tolchu fed'u kana siti himu dide, aka atini hameenna iraa ingarre. Anini maqa AABBO Waaqa jirutini kakhad'a, aka dooti diqole fago nara injirre!


Haguma gaafa kaimoma kiyyati asi nyaapi kiyya ya aka male na gaargalche, ammo taka na indabsanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite