Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 11:4 - KITAABA WAAQA

4 AABBO Waaqi Mana isaa qulqullo keesa taa; barch'umaani isaa ka guddinna gubba jira. Inni ila ufiitini nama ch'ufa ilaale, waan worri tahu beekha.

Gade chapit la Kopi




Faaru 11:4
28 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi barch'uma ufii gubba d'aabe duuba waan ch'ufa mohata.


Gaargala kiyya keesa anini AABBO Waaqa yaamad'e, na qarqaari jed'eeni, Mana isaa keesa inni qonqo tiyya d'agaye, iyyanti tiyya isaani baate.


AABBO Waaqi barch'uma isaa ka gubba ira tae worra koble goyesa.


AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.


AABBO Waaqi waan jed'u, gubbaani barch'uma kiyya, lafti fulla anini miila d'ad'abad'u. Mani isani naa jaartani me re? Fullaani anini hafuura iti baafad'u eesa taati?


Nami tokoleeni dandae fulla tokoleti na duraa ind'okhatu. Isani aka anini fulla ch'ufa lafafi gubbale jiru imbeetani?


AABBO Waaqi gubbaa gadi ilaale nama ch'ufa arga.


Maro tokotu Lubbuuni Waaqa na seente, olmillannaani barch'uma guddinna toko ka nami ira tau gubbati arge.


Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Waan nami kad'atuufi ka nami guddisu ch'ufa inni indida. Inni waan ch'ufa ira ufi guddise, d'aqe Mana Waaqa keesa tae Waaqa ufiini jed'a!


akasuma yo nami Mana Waaqatiini kakhate, isaafi Waaqa achi tauleeni kakhata;


Ammo waan anini isaniini jed'u, Diqole inkakhatina, gubbaleeni; wonti akanatiifi isiini barch'uma Waaqati;


Inni irre ufiitini haga jiru jireenna lafa fide, gosa ch'ufa ila ufiitini qorqorata. Nami tokoleeni isaani morku himmalle.


AABBO Waaqi lafa ch'ufa ilaale tisse nama isa d'ugeefatu jabeesa. Waan atini aka daale tateefi, armaa achi worraani lafa tante keesaa imbahu.


Anini haguma gaafa worra Israeli lafa Misiri keesaa baase, haga arrale, taka manati ingalle, anini fulluma qubatani ch'ufati waarumati gale.


Aabbooni waan jed'u, Gubbaani barch'uma kiyya, laftileeni fulla anini miila kiyya d'aabad'u. Isani mana akami na ijaartani? Yokhaani fulla tami ta anini boqad'u?


AABBO Waaqi waan fulla ch'ufati tolchani inarga, inni nama dansaafi hamale waan inni tahu inarga.


Nami ch'ufti AABBO Waaqa durati ch'allisa, wonti akanatiifi inni Mana ufii qulqullo keesaa kae d'ufuu jira.


Anini, AABBO Waaqi, qalbi nama ch'ufa laale, garaa namale ilaalad'a. Anini nama ch'ufa adabuma isaa gula waan male kennaafi, waan inni tolchu gula.


atini imbeetu? Atini herega keenna ch'ufa imbeeta.


AABBO Waaqa, ka Sioni keesa barch'uma isaa ka hayyuma gubba tau, faarsa! Waan inni tolchele gosa ch'ufati hima!


Gosa ch'ufa, d'agaya; nama lafa keesa tau ch'ufa ch'aqasa! AABBO Waaqi Guddaani Mana isaa qulqullo keesa dubbate ha isani himatu!


Waaqi yo fed'e, nagayaani isa teesise ammo hojja ch'ufa ilaani isaa qorqorata.


AABBO Waaqi gubbaa nama gadi ilaale, aka nami wohubate isa kad'atu worra keesa jiru arga.


Nami aka AABBO Waaqa keenna jira tokoleeni injiru! Inni gubba taa,


Ee Waaqa, na ilaali garaa kiyya beekhi, na laali, heregi kiyya hubad'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite