Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.
Ammo anini si kad'ad'a, ee AABBO Waaqa; atini hojja sii malte na d'agayi. Maro jaalala tante guddotifi na ch'aqasi, waan atini, si baasa jette kakhateefi.
Gaargali hedduuni muumme inqamne ya na qabate, ch'ubbuuni tiyya ya na d'aqabde, dandae lafale inargu. Isiini henna inqabdu rifeensa mata kiyyale ira jirti, anini yayu ufi jibbaad'e.