16 Nami sunini taka namaa innaane inni hiyyeesafi d'ipatafi nama qarqaarsa womatu inqamne gusse ijeese
Nama ufi jibbaate AABBO Waaqi iti d'iaat'e, ka abdi womatu inqamnele baasa.
Waaqi, yo dubbi nama naasu inqamne qoru, isale inahu; ammo naasuuni qorsuma dabsatti.
Ch'ubbichi goraade fud'ate t'iya guubeti d'aabe, hiyyeesa woma inqamne ijeese, nama d'uga tolchu fit'a.
Ayyaana worra naasu qabu: worra kana inahani!
Ch'ubbichi nama dansa gaade ijeesuu fed'a;
Ammo atini inuma agarta, atini gaargalafi laalala agarte, yo ch'ufa kurfo jirta aka nama qarqaartu. Nami qarqaarsa inqamne siti ufi kenna; atini haguma duriti d'ipata qarqaarte.
Ch'ubbichi ufi saade kiyyiba ufii keesa hiyyeesa dabsa; t'urura worri mid'aafate keesati ha worra qabaniti.
waan woliini jed'ani, Me laala, nu gati daba keenna argachu jirra, ta gaafa nu oboleesa keenna dabsine, inni gaafasi naasu nu kad'ate, nu ammo nahuufi dinne; tanaafi amma gaargali kunini nu qabate.