Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 109:12 - KITAABA WAAQA

12 Nami tokoleeni isaa nahe ilmaani inni iraa due inqorqoratiini.

Gade chapit la Kopi




Faaru 109:12
9 Referans Kwoze  

Waaqi, yo dubbi nama naasu inqamne qoru, isale inahu; ammo naasuuni qorsuma dabsatti.


Wa namaa kenna, Waaqileeni isanii kenna: waan gamiich'ani, ka humnaani, ka iraani dambalaa, harka keesaniti naqani. Akuma isani namaa biimitani akasuma isanii biimani.


Gumiini ch'ufti waan jette, D'iigi isaa mata keennafi ka ijoolle teenna gubba jira.


Dameeleeni mukhaa ya gogodde ch'ach'abt'e, duuba nad'eeni guurte qoraani tolfatti. Waan biyyiti woma inhubannefi, Waaqi worra uume worraa nahe ineebisufi.


Worri t'iyaani kaima fit'e, ijoollele ch'ufaa nahu dida.


Tanaafi AABBO Waaqi kaima tokole fiigu d'owu dide, nad'eeni hiyyeeyifi ilmaani hiyyeeyile nahu dida; wonti akanatiifi gumiini tokoleeni Waaqa imbeetu, waan hamtu tolchite hameenna ch'alla dubbatti. Ato akasile taate, dallansuuni AABBO Waaqaa isa ira ingaltu, inni harka d'eerefate ammalle worra d'aanuu fed'a.


Ilmaani isaa maro tokotu qarqaarsa d'abde, gaadisa dubbiti nama worra dubbatu d'abani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite