11 Nami gati isaa qabu ha waan isaa ch'ufa fud'atuti. Nami inni fuula imbeenne, ha waan inni hojate horate ch'ufa guuratuti.
Nami beela qabu mid'aani daalle nyaata mid'aani qoraati keesati baheele nami d'eebu qabuleeni horifi isa d'iibifata.
Inni waan hojate argate insooratu: Yokhaani tirfi daldala ufi ira argate inyaatu;
Guyya gudda aka balla jaanjurtani, duuba kara gula yaatanile wollaaltani, wonti keesani tokoleeni eeba inqabdu. Yo ch'ufa isani gaargalchani, isani saamani, ammo nami isani qarqaaru injiru.