Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 109:10 - KITAABA WAAQA

10 Ilmaani isaa ha lafa marte woi kad'atuti, ona isiini keesati galtule ha keesa gussaniti!

Gade chapit la Kopi




Faaru 109:10
10 Referans Kwoze  

Anini amma ya jaare, ganni kiyya ya d'eerate, ammo taka nama d'uga ka Waaqi lakise, ilmaani isaa sagale kad'atu ingarre.


Worri afaani galaana Arnoniti eege, aka simpirre mana ufi keesaa gussani lafa mara.


akuma sare sagale funaana yaate hojja d'abdu gururitu.


Amma tana d'ukubi Naamani kaani si qabate, haguma jiru siifi d'aloota keetile iraa imbahu. Akuma Gehazini isa biraa deemeni d'ukubu sunini isa qabate nafi isaa aka daara addaate.


Ch'ubbuuni tunini ha Yoabufi worra isaa ch'ufa qabatuuti! D'alooti isaa ch'ufti nama ch'oftu qabuufi yokhaani nama qomaat'a qabuufi yokhaani nama huji d'iira lakise huji nad'eeni ch'alla hojatufi yokhaani nama woraanani duu yokhaani nama liqimsa inqamne ha qabaatuti!


Ilmaani isaa maro tokotu qarqaarsa d'abde, gaadisa dubbiti nama worra dubbatu d'abani.


Inni ato ilmaani heddu d'alelle ch'ufti woraanani hobaati; ilmaani isaaleeni haga jirtu waan nyaatu inqabdu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite