Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 104:3 - KITAABA WAAQA

3 mana kanke bisaani gubba irati jaarate. Atini dumansa gaari tolfate, koola bubbe yaabate.

Gade chapit la Kopi




Faaru 104:3
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi mana ufii gubbati jaarate, gubba suni lafaani gubbaa tolcha. Inni bisaani baariini gayaame lafa gubbati jissa. Maqaani isaa AABBO Waaqa.


Kunini d'aamsa waan lafa Misiri d'aamani. AABBO Waaqi hurrise dumansa gubba lafa Misiriti d'ufuu jira. Wonti harkaani boch'ani, ka worri Misiri kad'atu, isa durati holate, garaani worra Misirileeni isa durati laafa.


Inni waan koola ka gubba d'ufeeni barise, koola bubbe gubbaa deeme.


AABBO Waaqi hurre indallanu, ammo humna jabdu qaba, ta nama wo yakeeni gaargalchu. Fulla AABBO Waaqi deemu bubbeeni kaate, dumansileeni aka awaara miila isaa jala kaa!


Yo anini barise ilaborule gama suni dabre, yokhaani ila aduu lafa ind'iaanneleti gale


Me ilaali, inni dumansa keesa d'ufuu jira! Nami ch'ufti isa arga, jari duri isa woraaneleeni. Gochiti lafa ch'ufa maro isaatiifi booti. Ha akasuma taatu! Amini.


Yesoni waan isaani jed'e, Atu ya jette. Ammo waan anini isaniti himu, Eegi arra, Ilma Nama ka harka mirgicha Waaqa Gudda tae, dumansa gubbatiini gadi deebiu argitani.


Isani worra gosa Israeli, Waaqi aka waaqa keesani jiru tokoleeni injiru, ka woi yaabate guddinnaani gubbaa deeme dumansa keesa deeme qarqaarsaani isanii d'ufu.


Gubba olfagootifi bisaani achi jiraleeni, isaa faarsa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite