Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 102:8 - KITAABA WAAQA

8 Hojja ch'ufa nyaapi kiyya na miid'a, nami na goyesuleeni maqa kiyyaani woli abaara.

Gade chapit la Kopi




Faaru 102:8
15 Referans Kwoze  

Maro heddu mana Waaqa iti kad'atani keesati worra gaargalche, aada worraa worra mormachiise. Anini guddo worrati dalane dira lafa ch'ufa d'aqe, worra gaargalche.


Waan kana d'ageennaani, garaani worra gubate ch'ininnatani.


Hojja worri Yerusalemu keesaa boojiani lafa Babiloni geesani nama abaaru fed'u. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi aka Sedekiafi Ahabu, ka hayyuuni Babiloni ibidaani gube hobaase si tolchinna!


Gumiini anini fohad'e maqa keesanini nama abaarti. Ana, AABBO Waaqa guddati, isani fit'a; ammo nama naa saalfatu maqa haareesa kennaafi.


Ee AABBO Waaqa, nyaapi kanke hayyu atini fohate muude miid'u jira, fulla inni deemu ch'ufa isa arabsani.


Arabi na arabsani ya garaa na yake ufi na jibbaachise. Anini nama naa nahe, garaa na jabeese na kibu, barbaade d'abe,


Qonqooni nyaapa kiyya ya na mudamsiifte, worri ch'ubbuleeni ya dabse na balleese. Worri nati dallane na jibbe, gaargala natiini d'ufe.


Gochiti ch'ufti maanifi dallante mala woma imbaane d'aati?


Wonti akanatiifi Kristoni ufi ch'alla ingammachiimne; ammo akuma t'aafiini jettu, Arabi nami si arabse ya nati deebie.


Ammo worri kaani guddo dalane waan Yeso sila tolchani woldubbatani.


Nyaapi kiyya hameenna kiyya dubbate, waan jed'u, Inni yoomi due maqaani isaa bada?


Anini gannaafi guyya dabre qaabad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite