Faaru 102:4 - KITAABA WAAQA4 Lubbuuni tiyya yayu aka buuyo gogodde ch'ach'abt'e; anini sagale tokole nyaachu imfed'u. Gade chapit la |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.