Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 102:23 - KITAABA WAAQA

23 Ato anini kaimatiyu AABBO Waaqi yayu irre na d'owe, guyya kiyya gabaabse.

Gade chapit la Kopi




Faaru 102:23
10 Referans Kwoze  

Nami hojja guyyaani isaa gahe, waan ilmaani isaa iyyaala?


Takaa tana gaari Mana Waaqaa irati jaarani gaara ch'ufa ira d'eerate kubile ch'ufa bira dabra. Gochiti hedduuni aka biyye tana iti yaate,


waan jettu, koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre, Mana Waaqaa Yakoboo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaani gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, Seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.


Hojja bari sunini d'ufu, Yerusalemuni barch'uma AABBO Waaqa jed'ani ammalle gochiti ch'uftileeni achiti wolti baate na kad'atti. Worri deebie waan garaani worra jajabaani ch'ubbichi yaadu gula iyyaau.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite