Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 102:18 - KITAABA WAAQA

18 Waan AABBO Waaqi tolche d'aloota takaa tanalee t'aafa, aka akasiini nami qara ind'alatinileeni isaa faarsu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 102:18
21 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi waan t'aafi keesati t'aafani ch'ufa aka nu barsiisaniifi t'aafani, aka nu abdi maro jabeennaafi obsa t'aafiini nuu kennitu argannu.


Worri sunini gumi anini uume tiyya tolfad'e, tanaafi isiini na faarsiti.


Anini jabaad'e, kara isanii mid'aasa, aka isani waan kana eegi anini duele hojja ch'ufa qaabattani.


Wonti kunini ch'ufti aka nama d'ibi akheekha taatuufi taate, ammalle aka nu gorsanifi t'aafani. Wonti akanatiifi nu bara muummeeni d'iaate keesa jirra.


Nu uumama Waaqaati, ammalle Kristo Yeso keesa inni ya nu uume, aka huji dansa ta inni herege nu kurfeese ke teennu.


Ammo haga kana ya t'aafani, aka isani aka Yesoni Kristo Ilma Waaqa d'ugefattani, d'ugefannaani aka maqa isatiini jireenna argattani.


Ganna qara ka inni hayyu tahe, ato anini kitaaba qulqullo soome ganna torbatama ka badi dira Yerusalemu heregu, dubbi duri AABBO Waaqi raaga Yeremiani jed'e qaabad'e,


Worri gumi tiyya, ta anini uume akasiini guddinna ira argad'e.


Anini amma ya jaare, rifeensi kiyyaleeni ch'ufti ya arrae, Ee Waaqa, na illakisiini! Hojja anini jabeenna kanke d'aloota ch'ufati odeesu naa wahelchi.


naabo isa aka dansa laala, maneeni isa jajabdule ch'ufa hubad'a, aka isani d'aloota taka tanale dubbi tana iti himtani:


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan woraani kana ch'ufa aka indeenne kitaaba keesa t'aafi Yoshuati soomi: anini gosa Amaleki ch'ufa imfit'a, aka iti deebiani maqa worraa lafa tana irati inqaabanne.


Lafafi gubbafi baariinifi wonti keesa jira ch'ufti, AABBO Waaqa faarsa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite