Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 10:6 - KITAABA WAAQA

6 Inni waan ufiini jed'u wonti na chochoosa injirtu; anini haguma jiru gaargala inargad'u.

Gade chapit la Kopi




Faaru 10:6
11 Referans Kwoze  

Ammo yo inni hojattu hamtu taate, waan inni ufiini jed'u, Abbaani kiyya d'ufu ingeenne jed'e,


Worri ch'ufti waan woliini jed'u, Koota, daad'i barbaanne, farso d'unne machoomna, guyyaani bori ka arrafa ira jira.


Nami maanifi yoosu ch'ubbu tolcha? Maro ch'ubbu worraa hurrisani qorani wollaala iti imurreefi.


Akuma isiini guddinnaafi gammada ufii kennite isanileeni gaargalafi lalefacha kennaafi. Isiini waan ufiini jettu: Anini aka hayyiti taa! Anini niiti d'iirsi iraa dueniti; anini lalefad'e imbohu!


Yo nami, Wonti ch'ufti nagaya bad'aad'a jed'u, badiini tassa d'ufti! Nami tokoleeni duraa imbahu. Aka nad'eeni ch'iniinfatu jirti.


Aka hot'e qoraatitiifi gaga buuyo gogodde isani gubani hobaasani!


Anini hojja hormaatafi bultuma qabu waan ufiini jed'e, nami dandae na inchochoosu.


ka hori namaa liqeese tirfi ira infud'anne. Ka gumbo fud'ate nama woma iyyakini dubbi d'araatiini inhimanne. Nama waan akana kana tolchu ch'ufa dandaani inchochoosani.


Daalleeni, Waaqi injiru ufiini jed'a. Worri worra ch'ubbuti ya waan hamtu tolche; nami waan d'uga tolchu tokoleeni injiru.


Anini AABBO Waaqati d'eed'a. Atini maafi daalloofte dubbi tana nani jetta? Aka simpirre gaarati barrisi,


Atini haga jirtu ch'ufa waan hayyiti taatu ufi seete ammo waan taate suni aka dansaa garaa keesa inkeyanne, yokhaani aka dansa inherenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite