Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 10:2 - KITAABA WAAQA

2 Ch'ubbichi ufi saade kiyyiba ufii keesa hiyyeesa dabsa; t'urura worri mid'aafate keesati ha worra qabaniti.

Gade chapit la Kopi




Faaru 10:2
18 Referans Kwoze  

Ch'ubbuuni araba worra ira teteeti; dubbini worra ch'ufti ta ch'ubbuti; worra ha kiyyiba worra keesati qabaniti! Waan worri nama abaare d'ara dubbatufi,


Nama kiyyiba na had'uu d'owi, ch'ubbichale na gussuu d'owi.


Duuba akanaani inni maruma ch'ubbu ufiitiifi gaargala argate, hameenni isaa matuma isaati deebia.


Dabi nama hama t'urura iti tahe, ch'ubbumani isaa isa qabdi.


Aka, ana, hojattu tante, qarqaartu kakhad'i; nama kiyyibaa na dabsu d'owi!


Worra kiyyiba kana ch'ufa afaani qabachiisi worra ufi guddise ufi saade worra d'ugaa tufatu.


Nami kiyyibaani ya t'urura kara keesa na kaye; t'urura ufiitini na qabu fed'e.


Jari kiyyibaani, ka seera kanke inguunne, yayu boola naa qote na qabuu fed'a.


Nami kiyyibaani ya d'ara dubbate gurra na balleese ammo anini garaa kiyya ch'ufaani seera kanke guuta.


Azaria, ilma Hoshayatifi Yohanaani, ilma Kereatifi jari kikiyyibaani kaanileeni ch'ufti, Atini d'ara dubbachuu jirta naani jed'e. AABBO Waaqi keenna si nuti inergine, inni lafa Misiriti ingodaanina injenne.


Ekheraani si millate, si mamte waan jettu, Nami duri lafa chochoose hayyoota holachiise kana?


Atini garaa kanketi, Anini gubbati olgale, barch'uma kiyya, ka hayyuma, urji gubba ira taa jetta. Ammalle anini gaara mirga fulla iti wolwoldaani taa jetta.


Anini guddo jabaad'e gorsa kanke gula deemuu fed'a!


Anini amma imbeekha, aka AABBO Waaqi waaqoota ch'ufa ira gudda; wonti akanatiifi inni yayu gumi Israeli harka gosa Misiri, ta worra tufate dabsate, keesaa baase.


Atini ammalle guddo ufi olfuute worra kiyya gad'iisu didde.


Nami sunini taka namaa innaane inni hiyyeesafi d'ipatafi nama qarqaarsa womatu inqamne gusse ijeese


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite