Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 10:18 - KITAABA WAAQA

18 Atini boha nama dabsanitiifi ta ilmaani hiyyeeyi d'ageeta; atini worraa dubbatte, akasiini nami ka ufiftu woma ufii imbaane deebie worra imudamsisu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 10:18
13 Referans Kwoze  

Hiyyeesafi ilmaani hiyyeeyi abbaafi haad'a inqamne d'uga d'owartani indabsina; d'ipatafi nama woma inqamne dubbad'afi qarqaara.


AABBO Waaqi fulla nami dabsani iti baqatu, inni fulla guyya gaargala iti d'eetani.


Inni hiyyeesa d'ugaani qore, nama qarqaarsa inqamne kalcha. Jecha isaa gula wollaala namati murani, dubbi isaatini nama ch'ubbu fit'ani.


nama lafa tana keesati quufu jalaa naa baasi. Gaargala atini worraa hereddeeni worra gaargalchi; gaargali sunini ha ilmaani worraatifi ilmaani ilmaani worrale ch'ufa d'aqabuuti!


Nama dabsani ch'eeru d'owi; hiyyeesi qarqaarsa inqamne ha maqa kanke faarsu.


Hayyichi ha hiyyeesa d'uga gula qore nama woma inqamne qarqaare, nama nama dabsule balleesu.


Ammo atini inuma agarta, atini gaargalafi laalala agarte, yo ch'ufa kurfo jirta aka nama qarqaartu. Nami qarqaarsa inqamne siti ufi kenna; atini haguma duriti d'ipata qarqaarte.


Ammo Abrahamuuni waan jed'eeni, Gurba, qaabad'u, atini jireenna kanke keesati waan dansa argatte, Lazaroni waan hamtu argate; amma isa armati qorqoratani ammo atini gaargalu jirta.


Inni haad'a hiyyeesatifi hiyyeeyile qorqorate dubbataafi: Inni keessuma teennale jaalate beelafi daara baasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite