Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 10:15 - KITAABA WAAQA

15 Irre ch'ubbichatifi ta dabdicha ch'ach'absi; maro hameenna worri tolcheefi worra gaargalchi, haga worri iraa deebiuti.

Gade chapit la Kopi




Faaru 10:15
10 Referans Kwoze  

Gaafasi anini ifse fuud'e dira Yerusalemu soqe nama ufi d'aabate ufumaa tae kiyyibe, garaa ufii keesati Waaqi waan hamtufi toltu intolchu ufiini jed'u, ingaargalcha.


wonti akanatiifi AABBO Waaqi ch'ubbicha irre isaa iraa fuud'a, ammo nama d'ugaa jabeese qorqorata.


Ifsaani guyyaa ch'ubbicha adaate waan d'iba hamtu ka inni sila tolchu d'owa.


Atini Waaqa d'ugaati, ka herega keennafi garaa keenna laalu. Ch'ubbicha hameenna ira balleesi, nama waan dansa tolchuu nagaya kenni.


Gaargala isaati, tissitu woma keesa injirre, ka hooliye tissu lafati lakise biraa deemu! Harka isaatiifi ila isaa mirgiti goraadeeni ha iraa kututi! Harki isaa ha rifate, ilti isaa mirgitileeni ha duuduti!


Woyaani teesanileeni d'iiga hiyyeesatiifi nama woma iyyakini qabdi, ammo d'iiga nama mana ch'abse nama saamu inqabdu. Ammo taatule,


Anini lafa tana keesa fulla ch'ufati huji sharmut'oma balleesa, aka nad'eeni d'ibiini waan kana arginaani worra gula baate sharmut'a intaane.


AABBO Waaqa, kooti naa baasi! Atini nyaapa kiyya d'abanaafte, ilkaani worra ch'ubbuu ch'absite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite