Waaqi waan nani jed'e, Worri Israelitiifi ka Yuda ya ch'ubbu hamtu tolche. Worri yayu lafa ch'ufa keesati nama fit'e Yerusalemu ch'ubbuuni guute. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi ya lafa teenna lakise. Inni amma nu inargu.
Jennaani namichi Farisayo ka isa gololche kaani garaa ufi keesati waan jed'e, Ato sila namichi kunini raaga tahe, aka niitiini isa tut'u tunini sharmut'atiifi nama daba imbeekha.