10 Nami ufi indandeenne suni gagabe ufumaa ch'iisa; nama hama irre qabuti akasi isa tolche.
Ammalle hojja nami Absalomu durati gajed'e saalfatufi innileeni ufii gaqabe d'ungata.
Nami worra keesani ka hafu qaallu suni d'aqe beesefi sagale kad'ate waan jed'uuni, Huji qaallu ta tateefu naa kenni, aka anini waan nyaad'e d'uga argad'e garaachaa bulu.