5 Eegi suni hayyuuni jila d'ibi tolche, nama dira Shushani ch'ufa, dureesafi hiyyeesale wolti yaame. Jila suni haga guyya torba, ballinna oobru keesa, d'aatu mana hayyichati tolchani.
Duuba inni haga jia jaa ch'ufa durooma hayyooma isaatiifi ulfinna guddinna isaa biyya garsiise.