Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Efessoon 6:16 - KITAABA WAAQA

16 Hojja ch'ufa d'ugefacha aka wonte baad'a; aka t'iya bobeetu ta Hamaani Kaani darbatu d'aamfitani.

Gade chapit la Kopi




Efessoon 6:16
16 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi doofi jabdu nami d'ugaa d'eete iti bahu fakaata.


Eegi suni Abramuuni qonqo AABBO Waaqa ta daayya keesa iti d'ufte d'agaye. Qonqooni suni waan jette, Abramu, insodaatini, anini wonte sii tahe waan guddo sii tolcha.


Waan isani d'ugefachaani jabaatanifi nu waan isani d'ugefachu maltani isaniti himuti injiru. Ammo nu aka gammada argattani isani woliini hojachuuti jira.


Lubbu Qulqullo ind'aamfiina;


T'iya askarti ta qara qabdufi ch'ile ibidaa diimtuni isani gaargalcha!


Ee, AABBO Waaqa, atini wonte naa taate na baafte, qarqaarsi kankeleeni ya guddinna naa kenne.


inni woraana isaa ka woini ijeesu fuud'e, t'iya isaa ta woi gubdu abbira.


Wonti isani jettani ch'ufti ha Eetiifi Hiyyo ch'allaa taatu, ta tana ira Sheet'ana keesaa baati.


Ammo nu ka guyyaati, kurfo tau malle. D'ugefachaafi jaalala aka ubaara qomati keyachu malle, d'aabu teenna ta baafamale aka ruufa marachu malle.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite