Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Efessoon 5:7 - KITAABA WAAQA

7 Tanaafi nama akana kana lagad'a.

Gade chapit la Kopi




Efessoon 5:7
11 Referans Kwoze  

Jennaani anini qonqo d'ibi ta gubba baate akani jettu d'agaye: Koota, nama kiyya! Isi biraa koota! Ch'ubbu isii keesa inseeniina, gaargala isii inqoodatiina!


Hurrifte nama tokole harka ira inkayiini. Daba nama tokole keesa inseeniini, ufi qulqulleesi.


Nama waan woma imbaane tolchu, ka dukana fed'u, lagad'a. Ammo waan suni diidati baasa.


Isani nama woi hatu ka agartani ch'ufa, jaala tolfatani, nama nad'eeni biyyaa gula dedeemu ch'ufa, wahela tolfatani.


Musani waan gumiini jed'e, Waaro worra ch'ubbicha kana hanqad'a waan worra tokole inqabatina; hojja qabattani worra woliini isani balleesani maro ch'ubbu worraatifi.


Wonti d'ossani tana: maro Odu Dansatiifi gochiti d'ibileeni, akuma Yahudiini argatte, eeba Waaqa argatti; worri ch'ufti mita nafa tokoti, kakhu Waaqi Kristo Yeso keesati tolchele inargata.


Nami qaroo wahelchu qaroo taha, ammo nami daalle wahelchu d'iba argata.


Nama woma imbeenne biraa yaa, jireenna argad'a; kara hubacha gula yaa.


Nama ind'ugefatiinini haga taka inhojatiina, wonti suni intaatu. D'ugaafi wollaali wahela woli tahu indandaa? Ifsaafi dukantileeni woliini taati? Hiyyo.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite