Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Efessoon 5:13 - KITAABA WAAQA

13 Ammo wonti ifsati baasani ch'ufti aka dansa mullatti;

Gade chapit la Kopi




Efessoon 5:13
8 Referans Kwoze  

Tanaafi ato hojjaani ingahiini nama tokole inqorina. Qorsumaani muumme gaafa Aabbooni mullatu taati. Inni waan d'ossaniifi herega garaa nama ch'ufa diidati baasa. Gaafasi nami ch'ufti faaru inni argachu male Waaqa ira argata.


Anini ila garayoota isii durati isi woya iraa hiikhe ch'eersa, nami tokoleeni ka iraa na d'owu injiru.


Hojja anini worra kiyya ka Israeli fayyise horsiisu fed'u ch'ufa, anini ch'ubbufi hameenna worraa ch'alla arga. Worri wolsobe mana ch'ach'abse woi hate dira keesaleti nama saama.


Anini ya Waaqa durati ch'ubbu tolche, tanaafi dallansu isaa obsu male, haga inni naa dubbate d'uga na muruuti. Inni ifsatiini na d'ufe baafama na garsiisa.


Raagooti tanteleeni daayya ufi keesa waan d'ara male; waan d'uga maani siti himte? Barsiisani worraleeni si sobde, daba kanke akanaani diidati imbaamne; tanaafi atini waan ira deebiufi inqabu jetta.


Waaqi taka malaika isatiini, kooti, harka kiyya ka mirga tai, haga anini nyaapa kanke barch'uma miila kanketi tolchuuti injenne.


Yo waan worri d'ossaani tolchu hasaani waan ch'eeraati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite