Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Efessoon 3:6 - KITAABA WAAQA

6 Wonti d'ossani tana: maro Odu Dansatiifi gochiti d'ibileeni, akuma Yahudiini argatte, eeba Waaqa argatti; worri ch'ufti mita nafa tokoti, kakhu Waaqi Kristo Yeso keesati tolchele inargata.

Gade chapit la Kopi




Efessoon 3:6
17 Referans Kwoze  

Tunini waan Kristoni nuu kakhate, aka jireenna hegeri nuu kennu.


Nu waan argine d'ageenne isanileti himna, aka isanileeni wold'aqisa nu Abbaafi Ilma isaa Yeso Kristo iraa qamnu argattani.


Wonti Kristoni waan kana tolcheefi aka eeba Waaqi Abrahamu kakhate, maro Yeso Kristotiifi gosa d'ibilee kennani, ammalle aka nuleeni maro d'ugefachatiifi Lubbu Waaqi kakhate arganu.


Tanaafi isaniini ch'ufti nafa Kristoti, nami ch'ufti mita isaati.


ammalle Kristo, ka mataa isaatu ya jabeesu lakise. Qorqorti Kristo jalati nafi ch'ufti inquufa, mitafi maach'eerati wolti qaba, akuma Waaqi fed'u guddata.


wonti akanatiifi nu mita nafa isaati.


Tanaafi nama akana kana lagad'a.


Wonti akanatiifi Kristoni aka nafa toko jira, ka mita heddu qabu; inni nafa toko ch'alla, ato mita heddu qabaatele.


Isiini haga jiru jireenna teesani taati. Nami gosa d'ibi ka isani woliini godaanu, ka ilmaani isani asi d'alateleeni, hojja isani lafa qoodattani worrileeni qooda lafaa argachu male. Worra suni akuma worra Israeliti hereguu malani, duuba worrileeni worra Israeli woliini hit'a buufate, qooda lafa argachuu male.


Worri Kristo Yeso gula yau ya nafa ufi ijeese, d'araafi fed'i isaa ch'ufa woliini.


Waaqi herega isaa ka d'ossa nati mullise na beesise. Anini waan kana ya diqo toko t'aafe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite