Ebrania 9:7 - KITAABA WAAQA7 ammo qaallu gudda ch'allati Waaro gaara keesa keesa seena, ammalle waan kana ganna keesati maro toko ch'alla tolcha. Qaalluuni kaani d'iiga fuud'e, aka maro ufitiifi, maro worra ato imbeekhiini daba tolcheefi, jed'e Waaqaa baasa. Gade chapit la |