Ammo anini waan jed'eeni, ee AABBO Waaqa gudda, akasi intau, anini takaa ufi int'ureesine, haguma d'alad'ele takaa fooni waan ufiini due yokhaani ka bineensi d'ibiini nyaate inyaanne. Anini taka sagale nami lagatu insooranne.
Ammalle inni ha Fulla Quilqullooti nafa d'iqate woya ufi keeyatu. Eegi suni, inni ha gabahe, sorio gubani, ta ch'ubbu isaatiifi ta biyyale balleesitu, baasu.
Barsiisaani d'ibiini ta qajeeltu intahiini, d'uga ira isani ingorsiini. Guddo dansa yo eebiti Waaqa garaa nu jabeesite, fulla seera sagale gula yaani ira; wonti akanatiifi worri seera kana gula yau qarqaarsa tokole ira inarganne.