Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 9:1 - KITAABA WAAQA

1 Wold'aqisi qara aada kad'achatiifi fulla Waaqa iti kad'atani nami harkaani mid'aase qaba.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 9:1
14 Referans Kwoze  

Biyyiti ha Waaro Woyyuma naa mid'aasitu, aka anini arti worra keesa tau.


Inni huji qaallu gudda Fulla Qulqulloti hojata, waaro Aabbooni d'aabe keesa, ta nami d'aabeeniti.


Ammalle AABBO Waaqi waan jrd'e, Dubbi tiyya ch'aqasa, waan hamtu worri duri lafa tana keesa tau tolche gula indeemina. Ammalle waan akasi suni tokole tolchitani ufi int'ureesina. Anini AABBO Waaqa keesani.


Qaaloleeni ch'ufti seera kiyya kana jabeesu malte. Yo worri akasi intahini, worri wollaala seene dua; wonti akanatiifi worri ya seera qulqullo gula yau dide. Anini AABBO Waaqa, ka worra qulqulleesu.


Yo sila wold'aqisi qara qit'e tahe, wonti ka lameeso tolchaniifi injirtu.


Eegad'a, aka nami tokoleeni qalbi nama ta woma imbaaneeni isani insomne. Qalbiini suni waan nami wolbarsiisufi waan herega lafaa iraa d'ufti, Kristo ira ind'uftu.


Duuba yo worri waan suni arge ch'eere, aka Mana Waaqa kana jaaru malani worra garsiisi — aka inni jiraachu male, balbalafi d'aaba isatifi aka nafi isaa ch'ufti jiruufi aadaafi seera isaale ch'ufa. Waan akana ch'ufa worraa t'aafi, aka worri aka waan ch'ufa mid'aasu malani arge, aadaafi seera isaa ch'ufa guutu.


Inni sagale suni tokole hambise lafti iti imbariini, lafe hori suni tokole inch'absini. Inni jila Pasaka aada isii ch'ufa guutu male.


Waan wold'aqisa haraa dubbannaani Waaqi ka qara la dulloomse wonti dulloomatte ch'ich'ite ch'ufti yoosu baddi.


Worri lachu Waaqa durati worra d'ugaati, wollaala male seera isatiifi aada isaa ch'ufa guutani.


Worri gumi Waaqi fohate; ilmaani ufi worra tolche, guddinna ufi worra woliini qoodate; wold'aqisa ufi worra woliini tolche Seera kenneefi; kad'acha d'uga qabani; ya kakhu Waaqa argatani;


Wonti akanatiifi Kristoni fakeenna fulla qulqullo, ta nami harkaani mid'aase keesa inseenne. Inni gubbati olgale, fulla inni amma maro teennaafi fuula Waaqa dura eju.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite