Ebrania 8:9 - KITAABA WAAQA9 Aka wold'aqisa anini ababoota worraa woliini tolchetiiniti, gaafa anini worra harka qabe lafa Misiri keesaa baase. Worri wold'aqisa anini worra woliini tolche injabeesine; tanaafi anini waan worraa iyaalle, Tunini dubbi Aabbo Waaqi jed'e. Gade chapit la |
AABBO Waaqa waan Musani jed'e, Anini amma wold'aqisa worra Israeli woliini tolfad'a. Ammalle anini gumi tante durati waan mama ka ka durile ira jira lafa ch'ufa keesa yokhaani gosa ch'ufa durati tolcha. Ammalle gochiti d'ibiini ta d'aatu tante jirtuleeni waan nama bakhasa, ka anini AABBO Waaqi si tolchu kana inagarti.