Ebrania 8:5 - KITAABA WAAQA5 Hujiini worri aka qaalole hojattu gaandidufi fakeennuma waan gubba jiraati. Musaleeni akuma kana. Gaafa inni diquma waaro ind'aabiini, Waaqi waan jed'eeni, Waan ch'ufa akuma gaara gubbati argite gula tolchi. Gade chapit la |